Bilillee | Andualem Gosa | New Oromo Music Video 2024
Season 1 Episode 1
Bilillee | Andualem Gosa | New Oromo Music Video 2024 — S1 E1
2024-05-04
Andualem Gosaa Walaloo: Lalisaa Indiris Adam Yeedaloo: Andualem Gosaa, Takkaaleny Tasfaa fi Uummataa Composer: Simagegnehu Samuel ( Sime_Dita ) Mastering: Abagaz Live instrument: Sax - Zeriye Bass - Lwam Mehari Guitar - Bereket Tesfazgi Mesinko - Chapi Director -Zemen Eshetu (zuzu) Art Director- Daniel Eshetu Production manager - Sura Shiferaw Production design -Samuel Dibisa (Sami Hop) Choreographer: Alamayo Dabi Model: Firans Girma Driver: Firezar Shiferaw Cinematographer: Ephrem Tsegaye Costume: KOKI DESIGN Makeup: YERON HABTAMU Choir: Ramadan Chimessa & Alima Abdela BILILLEE: Shaggarii ulaan shan banaadha, banaadha Essarraan ba'een si barbaada, barbaada Faana kee arguun na dhamaase, dhamaase Karri baayyachuun na qormaate, qormaate Bareedduu qalloo masaakulaa Kolfituun naatoo nyaara kuula Milluu tokkichatiin na laaltee Budaa jaalalaatu na nyaate Hiriyaa gaafannaan maqaashee Badhaadha naan jette abbaanshee ..... Magaallinashee Hidhannoo jaalalaa guuttattee Qalbii too boojitee gugatte ..... Magaalinashee Biliille - mormi bilillee taakkuu guuta safarrisaa Qalbi fuudha bareednisaa Akkuma addeessa, Dukkana keessa, ijisheetu ifa-biifaa Jaalalatu irraa tiifa Namnillee - Namni tokkollee, miirakoo naaf hin hubannee Olmaashees natti hin dubbannee Salaalee keessaa, barraakkoo keessaa mogormoo bachoon ofgeessa Jaalaltoo lafa naannessaa Boora fardakoon Galaa hidheen faanakee dhahaa Kutee kuyyuufi Qarree Gohaa Koo Galaan dhume Asan jira kottu naan jedhi Dagamirraan gara kee loha Yaa magaala koo Darroo bu'uu bu'e dhuuguumaa Ijatu siyyuu hin agarreef malee Dimbilaala koo Si yaadullee, du'e dhugumaa Iyyat' tulluu hin dabarreef malee Mucayyoo qalloo, war